Photos © Susie Fitzhugh Photo © Susie Fitzhugh MUL’ATA QABDAN HIRAA W ALG A’ I I TE E KNO O LO J I I G ALM A M AG AAL AA B AR UU FI B ARS I I S UU M ANNE E N B AR N O O T A U MM AT AA AAN AA S I Y AAT I L I RR ATTI ARG AM U UN MUL’ AT A KE E S S AN HI R AA Warri, barattoonni, barsiistonni, ittigaafatamtoonni, hojjattoonni aanaa fi miseensonni hawaasaa hundinuu walgaii Mul’ata Teeknoljii Galma Magaalaa irratti akka hirmaattan afeeramtaniirtu. Kootaatii haala teeknolojiin Baruu fi Barsiisuu Mannen Barnoota Ummataa Aanaa Siyattiliif gama hundaan gargaaruu danda’u irratti mul’ata qabdan hiraa. Photo © Susie Fitzhugh Teeknoolojiin barattoota keenya, barsiistoota, hojjattoota, warra fi hawaasa barnootni aanichaa K-12 jiru sadarkaa adugnaatti olkaasuun barattoonni hundinuu abjuu isaani akka fixaan baasan carraa uumuun akamitti gargaaruu danda’aa? Walga’iin kun Teeknoolojii yeroo ilaalchisee hirmaattonni mul’ataa fi yaada qaban akka ibsan carraa kan kennuudha. WIIXATA GURAANDHALA 23, 2015 | MANA BARUMSAA ECKSTEIN KIBXATA GURAANDHALA 24, 2015 | M.B WASHINGTON ROOBII GURAANDHALA 25, 2015 | M.B RAINIER BEACH S.2FFAA KAMIISA GURAANDHALA 26, 2015 | M.B INGRAHAM S. 2FFAA WIIXATA BITOOTESSA 2, 2015 | M.B WEST SEATTLE S.2FFAA Odeeffannoo dabalataatif: techsummit.www.seattleschools.org Walga’ichi kaafteeriya kessatti sa’a 6:00 —8:00 w.b. taasifama Sa’a 5:30w.b calqabee balballi banaa nita’a. (Sa’a 6:00—8:00 w.b. eegumsi daa’immanii ni jira) Hirmaachuu kan hindandeenye yoo ta’e yaada qabdan imeelii kanaan nuuf ergaa: techvision@seattleschools.org Tajaajilli turjumaanaa afaan guguddoo aanichaatiin ni taasifama.
© Copyright 2025